top of page
Gada Gari
Admin
More actions
Profile
Join date: Dec 13, 2025
Posts (3)
Jan 7, 2026 ∙ 0 min
Wallaga FC
2
0
Dec 14, 2025 ∙ 1 min
Wallagga FC Project|Dhaloota
Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Saasiggaa Magaalaa Bareedaatti ijoolleen umuriin 7-20 gidduu jiraniif leenjiin kubbaa miillaa kennamaa jira. Leenjisaa garichaa kan ta’e Leencoo Margaa ijoollee kubbaa miillaan ga’umsa qaban leenjisuu qofaa utuu hin taane dhaloota lammii gaarii ofiifis biyyaafis bu’aa buusan akka ta’aniif hojjechaa jira. Gara fuula duraattis Wallaga FC bakka bu’uun sadarkaa biyyaa fi addunyaatti urjii ta’anii akka mul’ataniif kana caalaatti cimsee akka irratti hojjetu himee jira.
26
0
Dec 14, 2025 ∙ 1 min
Wallaga FC Project|Dhaloota
Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Waamaa Hagaloo Magaalaa Moxeetti Piroojektiin kilabii kubbaa Miillaa Wallaggaa ijoollee umuriin isaanii 7-15 gidduu jiraniif leenjii kennuu jalqabeera.
21
0
2
bottom of page
